1. Home /
  2. Christian church /
  3. Oromo Christian Fellowship of San Diego

Category



General Information

Locality: San Diego, California

Phone: +1 763-703-0569



Address: 1370 Euclid Ave 92105 San Diego, CA, US

Website: www.oromochurchsd.org

Likes: 913

Reviews

Add review

Facebook Blog





Oromo Christian Fellowship of San Diego 13.11.2020

Qoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhadhaa! Hafuurri illee dhimmaa dhaa foon garuu dadhabaa dha, jedhe. Mathewos 26:41Qoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhadhaa! Hafuurri illee dhimmaa dhaa foon garuu dadhabaa dha, jedhe. Mathewos 26:41

Oromo Christian Fellowship of San Diego 31.10.2020

Isin yaa mana Yaaqoob kottaa, ifa Waaqayyoo keessa in deddeebinaa! Isaayaas 2:5Isin yaa mana Yaaqoob kottaa, ifa Waaqayyoo keessa in deddeebinaa! Isaayaas 2:5

Oromo Christian Fellowship of San Diego 17.10.2020

Come, descendants of Jacob, Let us walk in the light of the LORD! Isaiah 2:5Come, descendants of Jacob, Let us walk in the light of the LORD! Isaiah 2:5

Oromo Christian Fellowship of San Diego 09.10.2020

Waa'ee waan hamaa isa namatti dhufu baachu fi waa'ee obsaan danda'uu immoo obbolota ko, fakeenya raajota warra maqaa gooftaatiin dubbatanii fudhadhaa! James 5:10

Oromo Christian Fellowship of San Diego 07.10.2020

Brothers and sisters, as an example of patience in the face of suffering, take the prophets who spoke in the name of the Lord. As you know, we count as blessed those who have persevered. You have heard of Job’s perseverance and have seen what the Lord finally brought about. The Lord is full of compassion and mercy. James 5: 10

Oromo Christian Fellowship of San Diego 28.09.2020

Be patient, then, brothers and sisters, until the Lord’s coming. See how the farmer waits for the land to yield its valuable crop, patiently waiting for the autumn and spring rains. James 5:7

Oromo Christian Fellowship of San Diego 25.09.2020

Wanti jireenyaaf barbaachisu yaada garaakee keessaa waan ba'uuf, yaadakee ba'eessa godhii dheegadhu! Fakeenya 4:23Wanti jireenyaaf barbaachisu yaada garaakee keessaa waan ba'uuf, yaadakee ba'eessa godhii dheegadhu! Fakeenya 4:23

Oromo Christian Fellowship of San Diego 22.09.2020

Yasuus garuu deebisee, Utuu olii siif kennamuu dhaabaate, ati humna tokko illee ana irratti hin qabdu turte. Yohanis 19;11

Oromo Christian Fellowship of San Diego 05.09.2020

Yaa Israa'el, ammaa jalqabee hamma bara baraatti, Waaqayyoon abbdiidhaan dheeggadhu! Faarfannaa 131:3Yaa Israa'el, ammaa jalqabee hamma bara baraatti, Waaqayyoon abbdiidhaan dheeggadhu! Faarfannaa 131:3

Oromo Christian Fellowship of San Diego 25.08.2020

Israel, put your hope in the Lord both now and forevermore. Psalms 131:3Israel, put your hope in the Lord both now and forevermore. Psalms 131:3

Oromo Christian Fellowship of San Diego 12.08.2020

Yommuu diinni kee kufu, kufaatii isaatti hin gammadin; yommuu inni gufatus garaa kee keessatti hin gammadin! Itti gammaduu kee Waaqayyo yoo arge hin jaallatu, (Fak 24:17)Yommuu diinni kee kufu, kufaatii isaatti hin gammadin; yommuu inni gufatus garaa kee keessatti hin gammadin! Itti gammaduu kee Waaqayyo yoo arge hin jaallatu, (Fak 24:17)

Oromo Christian Fellowship of San Diego 01.08.2020

Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru. (Rom 8:19)Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru. (Rom 8:19)